Raadiyoo Sagalee Ameerikaa Adoolessa 15 bara 1995tti Waashingitan DC irraa Afaan Oromootiin tamsa'u tokko jedhe eegale. Waggoota 29 darbaniif gama raadiyoo dambalii gabaabaa fi saatalayaatiidhaan ...
Doonaald Tiraamp dhaabbata oduu mootummaa federaalaatiin deeggaramu Sagalee Ameerikaa (Voice of America) jedhamuun beekamu cufuudhaaf ajaja hojii raawwachiiftuu mallatteessan. Doonaald Tiraamp ...
BBC Afaan Oromoo YuoTube oduu, xiinxala, gaaffiifi deebii, seenaa dhuunfaa barsiisoo ta'an, dhimmoota wayitaawaa, saayinsiifi tekinooloojii, akkasumas fayyaa ilaalchisuun isiniif dhiyeessa.
Manni murtii federaalaa bulchiinsi Tiraampi carraa hojii VOA keessaa cufe hundaafi deeggarsa maallaqaa irraa dhaabee ture akka deebisuuf ajaje. VOA qofa osoo hin taane miidiyaalee deeggarsa maallaqaa ...