Hiriirri guddaan dhaadannoo "Mootii Hin Barnaannu" jedhu Tiraamp mormuuf magaalota US heddu keessatti gaggeeffamaa jira. Magaalota akka Niwu Yoork, Waashingtan DC, Chikaagoo, Mayaamiifi Loos Anjelas ...
Gaggeessaan biyyaa dulloomaa addunyaa jedhamuun beekamu Pool Biiyaa amma ganna 92 guutera. Ammayyuu Keemeeruunif kan malu ana jechuun marsaa saddeettaffaa pirezidaantii ta'uuf filannoof dorgomaa jira.
Filisxeemonni Gaazaa keessa jiran waliigaltee dhukaasa dhaabuu mallattaa'eefi namoonni butaman gadhiifamuun gammachuu ibsachaa jiru. Haata'u malee, sababa waraana waggaa lama tureen gadda uuumame ...
Mootummaan Itoophiyaa Eertiraafi Addi Bilisa Baasaa Uummata Tigraay (TPLF) waliin Itoophiyaarratti waraana banuufi jechuun UNtti himate. Xalayaa Ministeera Haajaa Alaa Itoophiyaarraa barraa'e jedhame ...
Gatiin warqii gabaa addunyaa irratti rikardii haaraa irra gahe. Gatiin waqeeta tokkoo ykn giraama 30 doolaara 4000 caale. Raafama siyaasa addunyaa fi kufaatii dinagdee waan sodaataniif invastaroonni ...
Bara 2022 gabaa telekoomiifi daddabrsa maallaqa dijitaalaa Itopohiyaatti kan makame kaamapaniin Keeniyaa Safaricom maamiltoota miliyonaan horatus galii argachuu akka hin dandeenye gabaasni Baankii ...
Dirac Live ART is now available on select Denon and Marantz AVRs and processors sharing a key feature discussed in this article. A Dirac Live ART license costs $299 for current Dirac Live and DLBC ...
Reechel jaalalleeshee qabdoo waliin taa'aa(date) turte garee hiriyootaa kaan wajjin arguun dura dubbii waliin qaban qulleessuu barbaadde. ''Ani ChatGPT hojii barbaaduufan fayyadama garuu namni biraa ...
Waggaa 500 keessatti yeroo jalqabaaf Bataskaanni Angilikaanii Ingilaand hoggantuu dubartii muudde. Deem Saaraa Mulaalii abuuna olaantuu tahuun dura abuuna taatee waggaa torbaaf bataskaanichatti ...
Morkiin Shaampiyonsi Liigii Awurooppaa marroon lammataa Kibxataafi Roobii edaa gaggeeffamaniiru. Morkii Kamisa galgala godhaman keessaa morkiin shaampiyoona bara darbee PSG fi Baarseloonaa walitti ...
Dhihoo kana dhimmi akkaawuntii miidiyaalee hawaasummaa kan dhaabbata Meta ta'an, keessattuu kan Facebook fi Instagram mirkaneessuu (verification) ajandaa ta'eera. Tibbana ammoo namoonni hubannoo qabna ...
Ministirri Muummee Abiy Ahimad, warshaa zayita boba'aa qulqulleessuufi warshaa xaa'oo yuuriyaa naannoo Somaalee keessatti ijaaramuf dhaka abu'uuraa kaa'uu beeksisan. ''Har'a Itoophiyaa guutuuf guyyaa ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results