Mootummaan Itoophiyaa Eertiraafi Addi Bilisa Baasaa Uummata Tigraay (TPLF) waliin Itoophiyaarratti waraana banuufi jechuun UNtti himate. Xalayaa Ministeera Haajaa Alaa Itoophiyaarraa barraa'e jedhame ...
Bara 2022 gabaa telekoomiifi daddabrsa maallaqa dijitaalaa Itopohiyaatti kan makame kaamapaniin Keeniyaa Safaricom maamiltoota miliyonaan horatus galii argachuu akka hin dandeenye gabaasni Baankii ...
Ertiraa fi gareen TPLF "waraana labsuuf" waliin hojjechaa jiru jechuun himannaa mootummaan Itoophiyaa irratti dhiyeesse haalaniiru. Ministeerri Dhimma Alaa Itiyoophiyaa xalayaa UN'f barreessen ...
Gaggeessaan biyyaa dulloomaa addunyaa jedhamuun beekamu Pool Biiyaa amma ganna 92 guutera. Ammayyuu Keemeeruunif kan malu ana jechuun marsaa saddeettaffaa pirezidaantii ta'uuf filannoof dorgomaa jira.
Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaata Addunyaa baqattoonni Itiyoophiyaa keessa jiran balaa beelaaf saaxilamuu akeekkachiise. Dhaabbatichi sababa hanqina maallaqaatiin raabsaa nyaataa ...
Jimaata darbe Girees Jiin Direekseel abbaashee paasterii beekamaa Chaayinaa keessa jiru, Jiin Miingirii, irraa paasteriin tokko achi buuteen isaa dhabamuu hordofee akka kadhatamuuf ergaan gaafatu ...
Badhaasni Noobeelii Nagaa ''naaf mala'' jedhee kan amanu Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp badhaasicha akka hin injifanne erga beekamee booda hanga ammaa ifatti waa hin dubbanne. Garuu ammoo ...
US keessatti dhohiinsa warshaa dhootuwwan meeshaalee waraanaa omishu keessatti mudateen namoonni 19 achi buuteensaanii dhabamuu poolisiin beeksise. Dhohiinsi kun Teenis irraa fageenya km 90 irratti ...
Pireezidaantiin yeroo Sooriyaa Ahmad Al-Sharaa pirezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Puutiinin Masaraa mootummaa Kiremlin Moskootti simannaan taasifamuufin waliin mari'ataniiru. Raashiyaan michuun ishee ...
Gatiin warqii gabaa addunyaa irratti rikardii haaraa irra gahe. Gatiin waqeeta tokkoo ykn giraama 30 doolaara 4000 caale. Raafama siyaasa addunyaa fi kufaatii dinagdee waan sodaataniif invastaroonni ...
Manni Maree Ministeerotaa wal gahii har'a taa'een dhimmoota adda addaa irratti murtoo dabarse. Ministirichi jalqaba kan mari'ate dhimma aannisaa nuukileeraa Itoophiyaan hundeessuuf jettu irratti yoo ...
Madda suuraa, AFP via Getty Images/ Office of the Prime Minister-Ethiopia Pireezidaantiin Masrii Abdel Fattaah Al-Siisii akka jedhanitti, biyyisaanii Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa laga ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results