Jimaata darbe Girees Jiin Direekseel abbaashee paasterii beekamaa Chaayinaa keessa jiru, Jiin Miingirii, irraa paasteriin tokko achi buuteen isaa dhabamuu hordofee akka kadhatamuuf ergaan gaafatu ...
Gaggeessaan biyyaa dulloomaa addunyaa jedhamuun beekamu Pool Biiyaa amma ganna 92 guutera. Ammayyuu Keemeeruunif kan malu ana jechuun marsaa saddeettaffaa pirezidaantii ta'uuf filannoof dorgomaa jira.
Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaata Addunyaa baqattoonni Itiyoophiyaa keessa jiran balaa beelaaf saaxilamuu akeekkachiise. Dhaabbatichi sababa hanqina maallaqaatiin raabsaa nyaataa ...
Mootummaan Itoophiyaa uummata isaa miliyoona 120 caaluuf ulaan galaanaa barbaachisaa tahuu irra deddeebiin kaasa. Gaaffiin faayidaa biyyaalessaa Itoophiyaa kabachiisuu kun Itoophiyaa fi Somaaliyaa ...
Mootummaan Itoophiyaa Eertiraafi Addi Bilisa Baasaa Uummata Tigraay (TPLF) waliin Itoophiyaarratti waraana banuufi jechuun UNtti himate. Xalayaa Ministeera Haajaa Alaa Itoophiyaarraa barraa'e jedhame ...
LOUISVILLE, Ky. (WDRB) -- A former director at Volunteers of America Mid-States is facing federal wire fraud charges, accused of diverting money from the nonprofit over several years. According to ...
Bara 2022 gabaa telekoomiifi daddabrsa maallaqa dijitaalaa Itopohiyaatti kan makame kaamapaniin Keeniyaa Safaricom maamiltoota miliyonaan horatus galii argachuu akka hin dandeenye gabaasni Baankii ...
People celebrate the annual Irreecha festival in the capital Addis Ababa, Ethiopia, Saturday, Oct. 1, 2022. Toronto Blue Jays rookie Trey Yesavage says his family has been subject to abuse Why ...
Reechel jaalalleeshee qabdoo waliin taa'aa(date) turte garee hiriyootaa kaan wajjin arguun dura dubbii waliin qaban qulleessuu barbaadde. ''Ani ChatGPT hojii barbaaduufan fayyadama garuu namni biraa ...
Waggaa 500 keessatti yeroo jalqabaaf Bataskaanni Angilikaanii Ingilaand hoggantuu dubartii muudde. Deem Saaraa Mulaalii abuuna olaantuu tahuun dura abuuna taatee waggaa torbaaf bataskaanichatti ...